Gareewwan uggurraa beekkamoo

Addunyaan teenya uggurtoota/ haakaroota marsariitii hedduu guyyaatti keessummeessiti.
Addunyaa ‘cyber’ keessatti haakaroonni gara garaa qofaadhan hojjatu. Gariin isaanii immoo gareen qindaa'anii sochii isaanii geeggeessu. Haakaroota qofaa socha'an caalaa kanneen gareen socho'an baay'ee hamoodha.Dandeettii nama hedduun qindoominaan waan hojjetaniif.
Biyyoonni addunyaa hedduun isaanii gareewwan haakaroota kanneen dhoksaan yoo deeggaranillee; afaan isaaniin akka isaan garee shororkeessitoota ta’an dubbatu.
Uggurraa isaanitirraa kan ka'e fedhan vaayrasii namatti gadhiisu. Isin jalaa cufu. Fedhan odeeffannoo nama jalaa guurratu. Icciitii nama jalaa baasanii fuula addunyaaf afu.Yoo hammaatanis fuula haak godhan sanarratti waan garaa isaanii namatti gadhiisu. Yakka isin hin beekne fi keessatti hin hirmaanne keessa isin galchanii yakkiamtoota isin godhu.
Gareewwan haakaroota gurguddoo hanga har'aatti addunyaa tanarratti beekkaman keessaa;
414s
FinnSec Security
Anonymous
Chaos Computer Club
Cicada 3301
Croatian Revolution Hackers
Cult of the Dead Cow
Dark0de
Decocidio#Ө
DERP
Digital DawgPound (DDP)
Global kOS
globalHell
"Equation Group"
Goatse Security
Hacking Team
Hackweiser
Honker Union
L0pht
Level Seven
Lizard Squad
LulzSec
Legion of Doom
Mazafaka (hacker group)
Masters of Deception
milw0rm
NCPH
P.H.I.R.M.
RedHack
Syrian Electronic Army
TeaMp0isoN
TeslaTeam
TESOThe UnknownsUGNazi
YIPL/TAP
Xbox Underground
Isaan kunneen addunyaa ‘Cyber’ keessatti beekamtii olaanaa qabu.