}); Preezdaant MNO Dooktara Kabajaa Lammaa Magarsaa fi HD ABO Obbo Daawud Ibsa Miidiyaaf laatani jirru.

Preezdaant MNO Dooktara Kabajaa Lammaa Magarsaa fi HD ABO Obbo Daawud Ibsa Miidiyaaf laatani jirru.


Marii ABO fi Jilli Mootummaa Itiyoophiyaa Preezdaant Dooktara Kabajaa Lammaa Magarsaa fi Dr Warqinah Gabayyoo waliin Asmaraatti mari'atanii booda ibsa miidiyaaf kennan. Preezdaant MNO Dooktara Kabajaa Lammaa Magarsaa fi HD ABO Obbo Daawud Ibsa Miidiyaaf laatan.