}); Mootummaa Itoophiyaa fi ABO giddutti jilli marii geggeessaa ture wal hubannoo irra ga’uun xumuratani

Mootummaa Itoophiyaa fi ABO giddutti jilli marii geggeessaa ture wal hubannoo irra ga’uun xumuratani


Mootummaa Itoophiyaa fi ABO giddutti jilli marii geggeessaa ture wal hubannoo irra ga’uun xumuratanii jiru. Dhimma kana ilaalchisee Gaaffii fi deebii gabaabaa Dubbi himaa ABO Obboo Toleera Adabaa waliin taasifame. Hagayya 7 /2018