});

Ibsa KHR- Tumsa Ummattootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(TUBD)



Duulli Sirni TPLF/EPRDF Humnoota Liyyuu Poolisii Somaalee fi WaraanaIsaatin Ummata Oromoo Irratti Bane, Hariiroo Obbolummaa Saboota Kuush Lameenii Jaarraadhaaf Ture Hin Daddaaqsu.

Ibsa KHR- Tumsa Ummattootaa Bilisummaa fi Dimokraasi

Addi Bilisummaa Ummata Tigraay(TPLF) bara 1991 erga aangootti dhufee kaasee mirga ummattoota cunqurfamoo Itoophiyaa

keessaa baroota dheeraaf sarbameef kan falmuu fi kabajsiisu fakkeessee of dhiyeessaa bahe. Kanas dhugaafakkeeffatuun daba golgaa dimokraasiin raawwatu golgafuuf, akkasumas, Ummattoota biyyattii fi hawaasa addunyaa afanfaajjessuuf miidiyaa biyyattii guutummaatti tohannoo fi ajaja isaa jala jirutti fayyadamee olola afanfaajjessaa fi dharaa halkanii-guyyaa afarsa.

Ibsaa Gutuu dubisuuf ass Tuqii!


Recent Posts

See All

ከስራ በሁዋላ አየሁዋት ሄድኩና

ኢትዮጵያ ውስጥ ስራ እንዲከበር ያደረገ ደርግ ነው፤ ከዛ በፊት ስራ የተናቀ ተግባር ነበር፤ “ዋይ ዋይ ባላባት እንግዲህ ቀረ ሳይሰሩ መብላት “ ይሉ ነበር የዩኒቨርስቲ ፋኖዎች! ደርግ ስራን አስከበረ፤ አንዳንዶች እንደውም ባንድ ጊዜ ሁለት ስራ ደርበው እሚሰሩ ነበሩ ! ለምሳሌ አትሌት ምሩፅ ይፍጠር ሩጫ ልምምድ ሲ